遇见数据集

Barbaachisummaa Astiroonoomii

收藏
Zenodo2023-09-12 更新2026-05-26 收录
数据链接:
官方服务:

资源简介:

Akkuma beekamu Astiroonoomii ykn gosti barnootaa seera urjiilee qorachuu irratti fuulleffatu as dhufee dhala namaa waliin hidhata ol’aanaa qaba. Akkasumas gosoota barnootaa walitti dhufanii qorannoo fiiziksii biqilchan afran keessaa astiroonoomiin isa tokko ta’uu seenaan dagaagina fiiziksii ni addeessa. Makaaniksii, ji’oomeetirii, optiksiif astiroonoomiin gosoota barnootaa ijoo ta’an afran fiiziksiin irraa maddeedha. Astiroofiiziksiin irra jireessaan fiiziksii urjiileef qaamman astiroonoomii biroo qorachuu irratti xiyyeeffata. Yeroo har’aa gosoonni barnootaa astiroonoomiin hidhata qaban kanneen akka Astiroobaayoloojiif Astirookeemistirii biqilaniiru.

提供机构:
Zenodo
创建时间:
2023-09-12
二维码
社区交流群
二维码
科研交流群
商业服务